Proverbs 14:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daalle ira fagaad'i, waan si barsiiftu inqabdu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama gowwaa irraa fagaadhu; arraba isaa keessaa waan beekkumsa hin arganneef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Afaan isaa irraa beekkumsa waan hin dhagganneef, nama gowwaa irraa fagaadhu.