Proverbs 14:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami woi beekhu waan tahu beekha, tanaafi qarooma qaba, daalle daallumuma isaati isa soba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ogummaan worra hubatuu karaa ufii hubatu'u; gowwummaan worra gowwa'aa garuu sobu'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qarummaan nama qalbeeffata'aa karaa irraa akka hin gorre tolchiti; gowwummaan nama gowwa'aa ammoo karaa irraa gorsiti.