Proverbs 15:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaargalafi dootileeni AABBO Waaqa durati ind'offamtu. Nami akami dandae herega ufi Waaqa d'ossa re?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Asaabninii fi adunyaan du'aa Rabbiin afo'otti ka ifa baye; garaan namaa isa afo'otti hagam beekkaminna!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addeen worri du'e jiruu fi addeen badi'ii Mootii Waan Maraa duratti eega beekkantee, gadhaan namaa attam attam irra caalaa hin beekkanne ree?