Proverbs 15:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami gammachu qabu inqumaada, ammo nami gammada inqamne ingolgolaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garaan gammade fuula namaa ibsa; gaddi gara'aa garuu yaada namaa cabsa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami gadhaan isaa gammade fuula ifa; nami gadhaan isaa gadde ammoo yaada caba.