Proverbs 15:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami hubacha qabu wo barachu fed'a, ammo daalleeni daalluma ufitini teeti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garaan hubataan beekkumsa barbaada; afaan gowwa'aa garuu gowwummaa alansha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qalbiin nama hubantii qabuu beekkumsa barbaaddi; afaan nama gowwa'aa ammoo gowwummaa raama.