Proverbs 15:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hiyyeesi AABBO Waaqa sodaatu dureesa gaargala qabu ira jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti diqqoon sodaa Rabbiitiin argatan; qabeenna guddaa jeequmsa qabu caalti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qabeenna guddaa hogaa qabuu mannaa, qabeenna diqqaa qabaatanee Mootii Waan Maraa sodaataa le'iisa woyya.