Proverbs 15:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Karaani nama laafa woma inguunne gufufi qoraati qaba, ammo ka nama qajeela waan balla, gufufi qoraatile inqabu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Karaan nama amshaagga'aa ka qore'een cufame; karaan qajeellotaa garuu karaa araataa ka haxaayame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Karaan nama booseyaa qore'een cufameera; karaan nama qajeela'aa ammoo gufuu hin qabu.