Proverbs 15:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daalleeni daalluma jaalata, ammo qarooni qajeeluma keesati bula.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama waa wol bira qabuun hanqatuun gowwumma'atu gammachiisa; namni hubataan garuu karaa qajeelaa deema.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama gowwaa gowwumma'atti gammachiisa; nami qaroon ammoo karaa qajeelaa deema.