Proverbs 15:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami wobeekhu kara jireenna ka gubani d'aqani gula deema, inni kara badi, ka boola duati nama geesu, gula indeemu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka gara asaabaa gad hin buune; nama ogeessa gara karaa jireennaa masakkiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Karaan nama qaro'oo addee worri du'e jirutti akka inni gad hin buuneef, gara jiru'uutitti ol isa geessa.