Proverbs 15:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi mana kiyyibaa imballeesa, ammo fulla niitiini hiyyeetini qubatu inqorqorata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi mana nama uf jajuu hin diiga; daangaa haadha hiyyeessaa garuu akka hin uggamne eega.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa mana worra kooruu hin diiga; meessaa haadha hiyyeessaa ammoo hin eega.