Proverbs 15:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami d'ugaa heregeti woi dubbata, ammo nami ch'ubbu herega male lafumaa kae hameenna ch'alla dubbata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garaan nama balcha'aa deebii deebisu wol bira qaba; afaan nama hama'aa garuu hammeenna lolaasa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gadhaan nama balcha'aa deebii kenniisaan dura itti yaada; afaan nama hama'aa ammoo dubbii hantuu dubbata.