Proverbs 15:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi nama ch'ubbu qabu iraa fago jira, ammo kad'acha nama d'ugaa ind'agaya.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi hammeeyyii irraa fago'o; kadhaa balchootaa garuu hin dhagaya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa nama hamaa irraa fagoo jira; daadimata balcha'aa ammoo hin dhage'a.