Proverbs 15:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fuuli gammada qabu nama d'ibile ingammachiisa, oduuni dansaleeni garaa mid'aasiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fuulli ifu garaa namaa gammachiisa; oduun mishaanillee lafee akka lalisu taasisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fuulli ifaan gadhaa namaa gammachiisa; oduun gammadaa lafee jabeessiti.