Proverbs 15:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami d'uga mana ufi keesati woi olkeyata, ammo ch'ubbicha woma inni olkeyatuti gaargalani iti d'ufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Manni balchootaa ka qabeenna hedduun guuttame; galiin hammeeyyi'ii garuu rakkinna isaanitti fiddi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mana nama balcha'aa keessa qabeenna gudda'atti jira; bu'aan nami hamaan dhaggatu ammoo rakkoo itti fiddi.