Proverbs 15:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi kara ch'ubbicha injibba, ammo nama d'uga gula deemu injaalata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi karaa hammeeyyi'ii hin jibba; worra balchummaa faanaa deeman garuu hin jaalata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa karaa worra hama'aa hin jibba; worra balchummaa gula deemu ammoo hin jaalata.