Proverbs 16:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami yo waan diqo kara d'ugaatini argate, nama hori heddu kara dabatini argate ira jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti diqqoon balchummaa woliinii; bu'aa guddaa dabaan argamu caala.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qabeenna bacaa karaa haqa hin te'iniin dhaggatanuu mannaa, qabeenna diqqaa karaa balchumma'aatiin dhaggatanu woyya.