Proverbs 17:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama nagayaani qit'a gogeesa nyaatuti, nama mana ufi keesati jila tolfate, jila suni keesati woldidu, ira jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mana lolli jirutti affeerraa dhiyeessan irra; nagayaa fi tasgabbii keessatti buddeena goggogaa woyya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mana waan nyaatanuun guutamee, wol dhaba qabuu mannaa, daabboo godduu nageyaa woyya.