Proverbs 17:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami wo beekhu jecha tokooni wo barata, ammo daalle uleeni d'ibba tokoleeni woi imbarsiiftu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa dhibba dhaanuun haga gowwa'atti dhagayamu caalaa; xixuun nama hubatu keessa seenee itti dhagayama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gowwaan yennaa dhibba dhaanamee ka itti dhage'amu caalaa, xixichi tokko nama qaroo itti dhage'ama.