Proverbs 17:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama ch'ubbicha waan hamtu barbaadu, waan hamtu isa ijeesa iti ergani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni hamaan diddaa callaa barbaada; ergamaa garaa jabaatutu isatti ergama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami hamaan nama irratti ka'iisa qofa barbaada; isa loliisaaf ergamaan marartii hin qanne tokko hin ergama.