Proverbs 17:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fulla nama daalle tae waan aka injirre hojatu argani, nama gorjama ilmaani jala fit'ani arguti ira jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama gowwaa gowwummaa isaatiin wol gayuu irra, doobbaa ilmooleen isi'ii jalaa fudhatamteen wolitti bayuu woyya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama gowwaa gowwummaa ifii keessa jirutti dhaqiisa mannaa, doobbaa dhalaa ilmeen jalaa fudhatantetti dhaquu woyya.