Proverbs 17:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Horini woi barachaa jed'ani daalleti baasani, ka inni ufiftu qalbi inqamne, mali baha?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ogummaa argachu'uuf waan fedha hin qabneef horiin gowwaa harka gale faayidaa maal qaba?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gowwaan qarummaa dhaggatiisaaf eega hin halchinee, beeseen inni harka ifiitii qabu maan isaaf gooti ree?