Proverbs 17:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilmi daallichi abba booche garaa yaka.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilma gowwaa uumachuun gadda fida; abbaan gowwa'aa gammachuu hin qabu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilma gowwaa uumatuun gadda namatti fida; abbaan ilma gowwa'aa gammada hin qabu.