Proverbs 17:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami hamaani waan hamtu ch'aqasa, kiyyibaleeni kiyyiba ch'aqasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni hamaan dubbii hamaa caqasa; sobdichi dubbii afaan dhartichaa kolbatti dhagaya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami hamaan waan hantuu caqasa; nami dharaamessi dubbii dharaamessaa miidhassee caqasa.