Proverbs 17:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami wollaala biraa namaa deemu nama nagaya barbaadu, ammo nami haalo fuud'u nama waan hamtu barbaade jaalani ufileeni wold'abuni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni yakka dhossu jaalala gabbisa; ka dubbii irra deddeebi'u garuu jaalalloo gara'aa adda fooya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami yakkaa namaaf araaramu, jaala qabaata. Nami dubbii dabartetti deddeebi'u ammoo jaalota gargar baasa.