Proverbs 18:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo dureesi waan horini isaa aka naabo jabdu d'eertu marsani diraani jaarani isa baasu seha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qabeenni dureeyyi'iif akka qachaa kushee itti ijaaraniiti; isaan akka gamoo dheeraa irra bayuu hin dandeenneetitti laalan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qabeenni dureeyyi'ii isaaniif akka qachaa dalleya dhaka'aa jabaa qabuu ti; isaan akka dalleya dheera'aatitti isa hedatan.