Proverbs 18:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama ufi inguddimne nami insaalfata, ammo nami ufi olfuud'u kara badi keesa jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni uduu hin kufneen dura uf keessa boona; kasummaan garuu ulfinna dursiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Badiisa ifiitiin dura nami hin koora; ulfinnaan dura ammoo gad ifi qabiisatti dhufa.