Proverbs 18:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo atini fayya d'abde lubbu ufi d'ind'isite inuma doota, ammo yo d'ind'isu baate infayyita.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama hennaa dhibe'ee yaanni hin irkisa; yaada cabe garuu eentu baadhatuu danda'a?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaadi namaa dhibee hin ossata; yaadi yoo cabe ammoo eentu isa fayyisuu dande'a ree?