Proverbs 18:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo atini nama guddaani dubbachu feete, wo geesifi, akasi ch'alla dandeete dubbatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waa kennuun ka waa kennuu karaa banti; namoota gugurdaa afoollee isa dhiyeessiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kennansi nama isa kennuuf karaa bana; fuula worra gugurda'aa dura isa dhikeessa.