Proverbs 18:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Oboleesa kanke qarqaari, inni akuma naabo jabdu diraani jaarani si qorqorata, ammo yo isani wold'abdani inni si seerate balbala ufile dura bahu si d'owa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleessa gufatu deebisuun qachaa marsaa qabu caalaa namatti jabaata; lolli isaallee akka cufanaa gamoo jaba'aati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleessi yakkaan irratti hujame qachaa dalleya dhaka'aa qabu caalaa jabaata. Moromaan akka danqaraa sibiilaa ka karra dalleya dhaka'aa ittiin cufanuu ti.