Proverbs 18:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daalleeni hubachaafi hubacha d'abale woma ira inqabu, ammo aka qarooma qabu ch'alla ufi garsisu fed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gowwaan hubannaa irraa dheebuu hin bayu; garuu yaada ufii ibsachu'utti gammada.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami gowwaan yaada ifii qofaa namatti mudhisuu barbaada malee, hubanti'itti hin gammadu.