Proverbs 18:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami dubbuma ufitini due yokhaani jiraata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni daraaraa afaan ufiitiin garaa guuttata; oomisha arraba ufiitiin dheebuu baya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami bu'aa waan afaan isaa keessaa bayuun quufa; dubbii arrabi isaa dubbattelle'een dharraa baya.