Proverbs 18:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami nad'eeni fuud'e ya waan dansa tahe, AABBO Waaqileeni ineebisaafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni haadha manaa michuu argate eebba argate; Rabbiin biraallee gaachena argata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami haadha manaa dhaggatu waan dansaa dhaggata; Mootii Waan Maraa biralle'ee fudhatama dhaggata.