Proverbs 18:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbini namaa madda qaroomaati, isiini qile aka baariini, ammalle qullo aka bisaani galaana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jechoonni afaan namaatii bayan akka bisaan gad fago'ooti; burqaan ogumma'aa akka bisaan fincaaya'aati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dubbiin afaan namaa akka bisaan qile'ee ti; maddi qarumma'aa ammoo akka bisaan yaa'uu ti.