Proverbs 18:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daalleeni afaanuma ufitini ufi balleesite t'urura keesa ufi buufti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gowwaa arraba isaatitu isa balleessa; waan afaan isaa dubbateen qabama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gowwaa dubbii isaatittuu isa balleessa; afaanuma isaatittuu akka tiyyo'oo isa qaba.