Proverbs 19:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dallansuuni hayyuu itansu nyeench'a fakaati, ammo naasuuni isaa akuma bokaya roobuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lolli mooti'ii akka leenca aaduuti; isa afo'otti gaachena argachuun akka fixeensa baala irraati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Aariin mooti'ii akka dhangaa dhowiisa neenqaa ti; fudhatama isa irraa dhaggatiis ammoo akka fixeensa marra irraa ti.