Proverbs 19:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami abba ufi ira manafi horile ind'aala, ammo niiti wo beetu AABBUMA Waaqati kennafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Manaa fi qabeenna abboota irraa dhaalan; haati namaa ta qalbii qabdu garuu Rabbiin biraa argamti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Manaa fi durummaa worra irraa dhaalan; haati manaa qalbittiin ammoo kennansa Mootii Waan Maraa ti.