Proverbs 19:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami hiyyeesa wo kenne ya Waaqa wo kenne, AABBO Waaqileeni waan inni kenne suni inuma deebisaafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni hiyyeessaa waa kenne akka waan Rabbii liqeesseeti; waan mishaa inni godhe san Rabbi hin deebisaaf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami hiyyeessaaf gadhaa laafu akka waan Mootii Waan Maraatiif liqeessee ti; Mootiin Waan Maraa gatii isaaf hin kaffala.