Proverbs 19:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilmaani tante ato isiini didiqootu qajeelchi, adaba dansa barsiisi, yo akasi tolchu baate isiini hammaatte badi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen waan deebi'uu danda'aniif, uduu ijoollumma'aan jiran isaan adabi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Deebisiisaaf adoo addiin jirtuu, ijoollee teeti adabi; gad lakkittee akka isaan du'anu hin godhin.