Proverbs 19:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami hubacha inqamne ka woi owisu dansaaniti; hifanooti kara ira si gorse si balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Beekkumsa uduu hin qabaatin hawwa callaa qabaachuun misha'aa miti; jarjaruun karaa nama dogoggorsa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Beekkumsa adoo hin qabaatin, halchaan callaan dansa'aa moti; nami akka malee ariifatu karaa irraa gora.