Proverbs 19:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami garaa ufi keesaa mala heddu qaba, ammo fed'uma AABBO Waaqati taha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garaa namaa keessa yaada heddutu jira; ka raawwatamu garuu yaada Rabbiiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gadhaa namaa keessa Yaada heddu'utti jira; ka te'u ammoo yaada Mootii Waan Maraa qofa.