Proverbs 19:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sodaani AABBO Waaqa sodaatani nama jireesite, quubsite hameenna iraa d'owarti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin sodaachuun gara jireennaa nama geessa; namni akkanaa hashu jedhee hara baafata; rakkoonillee isa hin argatu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootii Waan Maraa sodaatiis gara jiru'uu nama geessa; nami Mootii Waan Maraa sodaatu gabbi jedhee le'a; wonni hantuulle isa hin tuxxu.