Proverbs 19:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kiyyiba d'aani, akasiini nami woma imbeenne ira wobarata. Nama wobeekhu gorsi, aka inni beekha daratu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka baldu dhaani; ka bilchinna hin qabnellee hubannaa barataa; nama hubatu xixi beekkumsa bitataa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama murgu dhaani; nami gowwaalle qarummaa hin barata; nama hubataa xixi innille beekkumsa hin dhaggata.