Proverbs 19:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami d'ugaa yaamatani, ka d'ara dubbatu, d'uga balleesa. Ch'ubbichi hameenna mieefate gula deema.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni soba ragu haqatti balda; afaan worra hammeeyyi'ii yakka liqimsa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhugaa bayaan dharaa haqa irratti murga; afaan nama hama'aa waan hantuu gad liqinsa.