Proverbs 19:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami gari daalluma ufitini ufi balleese, duuba AABBO Waaqa haalata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni gowwummaa ufiitiin jiruu ufii balleessa; garaa ufii keessatti garuu Rabbitti mararama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami gowwummaa ifiitiin jiruu ifii balleessa; gadhaa ifii keessatti ammoo Mootii Waan Maraa komata.