Proverbs 19:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami ch'ufti nama guddinna qabu sosobe durati ufi mid'aase akasiini naasifata; nami ch'ufti jaala nama namaa nahu tau fed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni hedduu gaachena argachu'uuf bulchaa afo'otti biriifatan; nama kennaa namaa kennuu maruu jaalallo'o.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti hedduun qondaaltota duratti fudhatama dhaggatiisa barbaadan; nama wo namaa kennuufille martinuu jaala.