Proverbs 19:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hiyyeesa oboleyaani isaleeni infeetu, jaalani isaleeni hagasi ira jibbiti. Inni ato waan fed'u tahele jaalani inargatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hiyyeessi fira ufii ka foonii maraa birattuu jibbama'a; eeganaa jaalalloon isaa hagam isa dheessan! faanaa deema'aa yoo isaan shelatellee sirima isaan hin argatu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama hiyyeessa firri isaatuu eega jibbee, jaaloti isaa ammoo attam attam caalchisanee isa irraa fagaatanu ree! Inni kadhataa isaan gula deema, isaan ammoo irraa fagaatan.