Proverbs 2:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilma kiyya, waan anini si barsiisu barad'i, waan anini siti himu qalbeefad'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilma kiyya! yoo jecha kiyya fudhatte, yoo ajaja kiyya garaa kee keessa kaayatte,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilma kiyya, jecha kiyya yoo fudhatte, ajaja kiyyalle qalbii teeti keessatti yoo bulfatte,