Proverbs 2:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan hamtu tahu si d'owarti. Isiini nama nama dubbini wolti yaku iraa si fageesiti —
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ogummaan namoota dubbiin isaanii hamaa ta'e irraa, karaa hammeeyyi'ii irraallee si oolchiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qarummaan karaa worra hama'aa irraa, worra dubbii micciiru irraa si hin dhooggiti;