Proverbs 2:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi atini akheekha nama d'ugaa gula deemi, kara d'ugaa keesa fidami.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati karaa namoota mimmisha'aa deemta; karaa worra balcha'aallee qabattee deemta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre ati karaa namoota dansa'aa hin ideenta; daandii balchootaa irraa akka hin gorre hin eegatta.