Proverbs 2:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo Waaqi worra daba lafa keesaa balleese, nama ch'ubbule aka mukha lafa keesaa buqisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hammeeyyiin garuu lafa irraa badan; worri amanamummaa dhidhu'uu isii irraa buqqa'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri hamaan ammoo lafa irraa hin bada; worri hin addatanne isii irraa hin buqqa'a.